Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 5

19 Faaru’uu fi faaruu leellisaatiin, faaruu Ayyaanaatille’een woliin dudubbadha’a; faaru’uu fi faaruu leellisaatiin gadhaa keessan keessatti Goottaa galateeffadha’a. 20 Maqaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, waan maraaf, yennaa mara, Waaqa Abba’aaf galata galcha’a.

Abbaa Manaatii Fi Haadha Manaa

21 Ulfinna Kiristoosiitiif jedha’aatii woliif ajajama’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também