18 Yennaa daadimattanuu fi gaafattanu mara Ayyaana Woyyichaan sooreffamaa daadimadha’a. Akkasiin kolbaa Waaqaa maraaf dammaqa’aatii jabaadha’aa daadimadha’a. 19 Dhossaa Wongeelaa sodaa malee beessisiisaaf, yennaa ani dubbatiisaaf qophowe, Waaqi akka jecha naaf kennu analle’eef daadimadha’a.
Publicidade
Worra Efesoonii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.