Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 6

19 Dhossaa Wongeelaa sodaa malee beessisiisaaf, yennaa ani dubbatiisaaf qophowe, Waaqi akka jecha naaf kennu analle’eef daadimadha’a. 20 Ani amma wodaroo sibiilaatiin hidhamee jiraadhulle, ergamaa Wongeela kanaa ti. Tanaaf akka dubbatu’uuf maletti, marroo Wongeelaa sodaa malee akka ani dubbadhu daadimadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também