14 Yennaa akkanaa tana ati cadhittee yoo ilaalte, Yihudoota ka qarqaaruu fi ka baasu addee dhibi’ii hin dhufa; atii fi maatiin abbaa keetii ammoo hin dhumattan. Giittii te’iis keeti yennaa akkanaa tanaaf te’uu maanti beeka?» jedhee Asteeritti erge.
Publicidade
Kitaaba Asteerii 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.