13 Worri Gibxi’ii Israa’elootatti gadhaa jabaatanee akka garbaatitti hujii hunnaa hujisiifatane. 14 Hujii jajjadduu faara loobiisaatii fi simintoo hujiisaatiin, hujii adda addaa ta fichaa keessaatiin, hujii hunnaa jajjadduu ifii mara gadhaa itti jabaatanee hujisiisanee jireenna itti hadheessane.
Publicidade