Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 12

23 Mootiin Waan Maraa balaa buusiisaaf, biyya Gibxi’ii keessa yennaa deddeemu, mikikkila balbalaa ka cinaa lamaaniituu irratti, mikikkila balbalaa ka gubba’aa irralle’etti dhiiga dhaggee, balbala san irra hin dabara. Ka balleessu sun mana keessan seenee akka isin ijjeesu itti hin lakkisu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também