Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 12

26 Ijoolleen teessan, Jilti tun ta maanii ti inni?jettee yennaa isin gaafattu, 27 isin ammoo, Mootiin Waan Maraa biyya Gibxi’ii irratti balaa yennaa buuse, biyya Gibxi’ii keessatti mana Israa’elootaa irra dabaree, qe’ee teenna waan hambureef, ciincaa Jila Irra Dabaramaa ta Mootii Waan Maraa tijedha’aan» jedhe. Achiin duuba kolbaan gad jettee sagadde.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também