Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 12

27 isin ammoo, Mootiin Waan Maraa biyya Gibxi’ii irratti balaa yennaa buuse, biyya Gibxi’ii keessatti mana Israa’elootaa irra dabaree, qe’ee teenna waan hambureef, ciincaa Jila Irra Dabaramaa ta Mootii Waan Maraa tijedha’aan» jedhe. Achiin duuba kolbaan gad jettee sagadde.

Veja também