5 Buruusoon sun korbeeyyii woggaa tokkoo ta fafa hin qanne te’anuu ti; isaan kana hoolee yookiin re’ee keessaa filadha’a. 6 Buruusoo san ji’a san keessa haga guyyaa kudhanii arfeesso’ootitti tissitanee, guyyaa kudhanii arfeesso’oo galgala dimimmisa kolbaan Israa’elii marti qalattuu ti. 7 Achiin duuba isaan dhiiga diqqaa isaa fuudhanee, mana foon itti nyaatanu san mikikkila balbalaa ka cinaa lamaaniituu, mikikkila balbalaa ka gubba’aalle dibanuu ti.
Publicidade
Publicidade