Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 14

21 Muuseelle harka ifii abbaayaa irra diriirse; Mootiin Waan Maraa ammoo halkan guutuu qilleensa jabaa gara aduun baatuu kaasee abbaayaa gara duubaa deebisee, bisaan gargar kutee, lafa godduu tolche. 22 Israa’elootille bisaan middaa fi bitaa isaaniititti akka dalleya dhaka’aa te’ee dhaabbateeruun lafa godduu irra abbaayaa keessa qaxxaamurane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também