Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 16

11 Ammalle Mootiin Waan Maraa Muuse’een, 12 «Ani gungunsuu Israa’elootaa dhage’eera. Ati isaaniin galgala adhaa dimimmisa foon hin nyaattan; ganama daabboo hin quuttan; achiin duuba ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan akka te’e hin beettanjedhiin» jedhe.

13 Galgala san barbadi-kille dhuttee addee quttumaa guutte; ganama fixeensi adaala addee quttumaa san jiraayyu. 14 Yennaa fixeensi bu’e, solloqqeen hephelleen dhakaa roobaa fakkaattu, diida lafa goomole’ee irratti mudhatte. 15 Israa’elooti yennaa waan san dhaggite, maan akka te’e waan hin beenneef, «Wonni kun maan inni?» jedhanee wol gaafatane.

Muuseen isaaniin, «Wonni kun akka isin nyaattanuuf, daabboo Mootiin Waan Maraa isiniif kenne.

Veja também