Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 16

31 Kolbaa Israa’elii waan nyaatanu saniin «Mannaa» jette. Wonni sun adii akka midhaan dinbilaalaa, mi’aan isaalle akka daabboo dammaan hujantee ti.

Veja também