Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 2

2 isiille ulfoottee ilma isaaf deette. Ilmi dhalate sun miidhagaa akka te’e yennaa dhaggite haga ji’a sadii isa dhossite. 3 Haga san caalaa dhossuu yennaa dadhadde ammoo, saaxaraa allaaduu irraa hujame tokko fuutee, akka bisaan keessa hin seenne leyyaa lafa keessaa dhaggamuun duuchite; achiin duuba annuu san keessa irkittee allaaduu qarqara laga Nayilii odduu keette.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também