Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 22

22 «Haadha hiyyeessaa yookiin ijoollee abba’aa fi haadha hin qanne gad hin qabina’a 23 Isin yoo isaan gad qaddanee isaan gara kiyya iyyane, dhugumaan ani iyya isaanii hin dhage’a. 24 Ani isinitti aaree, shallaaga’aan isin hin ijjeesa; niitiin teessan haadha hiyyeessaa hin teeti; ijoolleen teessanille ta abbaa hin qanne hin teeti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também