Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 25:10,16-18,21

Saanduqa Gondooro’oo

10 «Saanduqa Gondooro’oo ta dheerinni isi’ii ciqilee lamaa fi wodhakka’aa, badhinni isi’ii ciqilee tokkoo fi wodhakka’aa, hojjaan isi’ii ciqilee tokkoo fi wodhakka’aa muka gololchaa irraa akka hujanu tolchi. 16 Achiin duuba dhakaa baxxicha lama ka ajaji irratti barreeffame ka ani si’iif kennu, saanduqa gonddooro’oo san keessa keyi.

17 «Qadaaddaa Saanduqa Gondooro’oo ta worqi’ii, ta gumaa cubbu’uu irra keyanu ta dheerinni isi’ii ciqilee lamaa fi wodhakka’aa, badhinni isi’ii ciqilee tokkoo fi wodhakka’aa ta worqi’ii huji. 18 Dada ol-gubba’aa ta koola qaddu lama worqii tumante irraa qaccee lama ta qadaaddaa Saanduqa Gondooro’oo irratti huji. 21 Qadaaddaa Saanduqa Gondooro’oo san Saanduqa Gondooro’oo gubbaa keyi; dhakaa baxxicha seerri irratti barreeffame ka ani si’ii kennu sanille Saanduqa Gonddooro’oo san keessa keyi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.