Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 25:19,20

19 Dada ol-gubba’aa san tokko qaccee gara tokkootitti, dada ol-gubba’aa ta lammeesso’oo qaccee garakaaniititti keyi; dada ol-gubba’aa ta koola qabanu san qaccee qadaaddaa Saanduqa Gondooro’oo lamaanittuu wolitti qassiisii tokko tolchi. 20 Dadi ol-gubba’aa ta koola qabanu sun koola ifii ol badhifatanee qadaaddaa san irra gonbobanuu ti; fuula wolitti galanee, qadaaddaa Saanduqa Gondooro’oo san ilaalanuu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.