Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 25:23,30

Xarapheessaa Daabboo Waaqaaf Dhikaattu Irra Keyanu

23 «Xarapheessaa dheerinni isaa ciqilee lama, badhinni isaa ciqilee tokko, hojjaan isaa ciqilee tokkoo fi wodhakka’aa muka gololchaa irraa huji. 30 Daabboo na dura dhikaattu yennaa mara fuula kiyya dura xarapheessaa kana irra keyi.

Waan Issaa Irra Keyanu

(Bay. 37:17-24)

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.