Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 3

10 Maarre amma deemi. Akka ati kolbaa tiyya Israa’el biyya Gibxi’ii keessaa baattuuf gara mooticha Gibxi’ii si erga» jedheen.

11 Muuseen ammoo Waaqaan, «Gara mootii Gibxi’ii dhaqee, kolbaa Israa’elii biyya Gibxi’iitii ka baasu ani eennu?» jedhe. 12 Waaqille deebisee, «Ani si woliin hin jiraadha. Kolbaa tiyya biyya Gibxi’iitii baattee yennaa fidde gaara kana irratti na hin waaqonfatta; kunille akka ani si erge beessisa si’iif hin te’a» jedheen.

Veja também