12 Waaqille deebisee, «Ani si woliin hin jiraadha. Kolbaa tiyya biyya Gibxi’iitii baattee yennaa fidde gaara kana irratti na hin waaqonfatta; kunille akka ani si erge beessisa si’iif hin te’a» jedheen.
Publicidade
Kitaaba Seera Bayiisaa 3
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.