13 Muuseelle Waaqaan, «Ani gara Israa’elootaa dhaqee, ‹Waaqi abbootii teessanii gara keessan na ergeera› isaaniin yoo jedhe, isaan ammoo, ‹Maqaan isaa eennu?› jedhanee yoo na gaafatane, ani maan isaanitti hima?» jedhe.
14 Waaqi Muuse’een, «Ani Waaqa jiraata’a; ati kolbaa Israa’eliitiin ‹Waaqi jiraataan gara keessan na ergeera› jetta» jedhe.