Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 3

2 Achitti ergamaan Waaqaa bobe’a ibiddaa ka tusee keessaa bobe’u keessaa itti mudhatte. Muuseen tuseen sun ibidda irra jiraattulle akka hin gubanne dhagge.

Veja também