Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 30:17-21

Gabataa Itti dhiqatanu

17 Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse’een, 18 «Akka itti dhiqatanu, gabataa itti dhiqatanuu fi waan isa irra keyanu sageettuu irraa hujiitii wodhakkaa Dunkaanii Woldeenna’aatii fi addee ciinca’aa keyiitii, bisaan itti naqi. 19 Aaronii fi ilmaan isaa bisaan saniin harkaa fi miila ifii dhiqatanuu ti. 20 Isaan yennaa Dunkaanii Woldeenna’aa seenanu akka hin duune bisaan saniin dhiqatanuu ti. Isaan kennansa ibiddaan gubamu ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessiisaan tajaajiliisaaf gara addee ciinca’aa yennaa dhikaatanulle, 21 akka hin duuneef harkaa fi miila ifii bisaan saniin dhiqatanuu ti. Kun dhaloota dhufuuf, Aaronii fi sanyii isaatiif seerata bara baraa te’uu ti» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.