Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 31

Bazaali’elii Fi Aholiiyaab

1 Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse’een 2 «Kunoo, ani gosa Yihuda’aa keessaa akaakoo Huurii, ilma Urii Bazaali’el filadhee, 3 ogumma’aan, dandeetti’ii fi beekkumsaan hujii harkaa mara akka huju Ayyaana kiyyaan isa guuteera. 4 Inni akka itti worqii, meeti’ii fi sageettuu hujanu karoora hin baasa. 5 Inni dhakaa dhodhoosee qiriixee, mukalle bocee xabbee, hujii harkaa mara hin huja.

Veja também