Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 33

11 Akkuma nami nama dhibii woliin dubbatu, Mootiin Waan Maraa fuula duratti Muusee woliin dubbata; achiin duuba Muuseen gara addee quttumaa deebi’a; Iyaasuun ilmi Nunii dargaggeessichi isa qarqaaru sun ammoo dunkaanii lakkisee hin deemu.

Veja também