Dunkaanii Woldeenna’aa
7 Muuseen Dunkaanii san fuudhee addee quttumaatiin ala irraa fageessee dhaabee, «Dunkaanii Woldeenna’aa» jedhee moggaase. Nami Mootii Waan Maraa wo gaafatuu barbaadu marti gara Dunkaanii Woldeenna’aa ta addee quttumaatiin ala jirtu san dhaqa.