9 Akkuma Muuseen gara Dunkaani’ii seeneen utubaan duumensaa gad bu’ee seensuma Dunkaani’ii dura dhaabbata; Mootiin Waan Maraalle duumensa keessaa Muusee woliin dubbata. 10 Kolbaan utubaan duumensaa seensuma Dunkaani’ii dura dhaabbatuun yennaa dhaggitu mara, isaan martinuu ol ka’anee seensuma dunkaanii ifii duratti sagadan.
Publicidade
Kitaaba Seera Bayiisaa 33
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.