21 Nami kennansa kenniisaaf fedhee, gadhaan isaa isa kakkaase, dhufee hujii Dunkaanii Woldeenna’aatiif, tajaajila isi’ii maraaf, woyaa hayyootaatiifille kennansa Mootii Waan Maraatiif fidane. 22 Worri fedhii qabu marti dhiirtii fi dubartiille dhufanee faaya worqi’ii ka adda addaa: dirata, qubee gurraa, qubee qubaatii fi seesa adda addaa mara kennane. Isaan martinuu kennansa addaa worqii ifii Mootii Waan Maraatiif fidane. 29 Kolbaan Israa’elii marti dhiirtii fi dubartooti, hujii Mootiin Waan Maraa akka isaan hujanuuf karaa Muuse’eetiin isaan ajaje maraaf, kennansa fedhii ifii Mootii Waan Maraatiif fidane.
Publicidade
Kitaaba Seera Bayiisaa 35:21,22,29
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.