Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 36:5-7

5 Muuse’een, «Kolbaan hujii Mootiin Waan Maraa akka hujantu ajajeef ka barbaachisu caalaa kennansa fidiisatti jirti» jedhane.

6 Achiin duuba Muuseen, «Nami tokkolle dhiirti yookiin dubartiin kennansa addee Woyyitti’ii dabalanee waan tokkolle hin kennin» jedhanee addee quttumaa keessa guutumatti akka lassanu ajaje. Maarre kolbaan kennansa akka hin finne dhooggane. 7 Sababille kennansi qara fidaneeyyuu hujii hujantu mara geyee irraa hin hafa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.