Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 40

Dhaabamiisa Dunkaanii Woyyitti’ii

1 Mootiin Waan Maraa Muuse’een, 2 «Dunkaanii Woyyittii, Dunkaanii Woldeenna’aa san ji’a tokkeesso’oo guyyaa qaraa dhaabi. 3 Saanduqa Gondooro’oo ka dhakaan baxxichi ajaji kudhan irratti barreeffameeru keessa jiru san isii keessa keyiitii, golla’aan golli.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também