Publicidade

Êxodo 40

20 Inni dhakaa baxxicha lamaan ajaji irratti barreeffameeru san fuudhee Saanduqa Gondooro’oo keessa keye; danqaroota qubeelee Saanduqa Gondooro’oo keessa galchee, qadaaddaa addee gumaan araara cubbu’uu irra keyamu irra keye. 21 Achiin duuba akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajajetti Saanduqa Gondooro’oo Dunkaanii Woyyittii keessa galchee, gollaa ittiin gollu fannisee, Saanduqa Gondooro’oo ta dhakaan baxxichi lama ka ajaji kudhan irratti barreeffameeru keessa jiru san golle.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-