6 Inni yennaa maraa adaba waaqumma'aa adoo qabuu,
ulfinna waaqumma'aa, ka Waaqa woliin isa qixxeessu
lakkisiis akka hin malleetitti hin laakkonne.
7 Ammoo ulfinna ifii lakkisee
akka garbaa te'ee mudhate;
akka namaa te'ee dhalate;
nama fakkaatee mudhate.