8 Kana calla’aa moti; Goottaa kiyya Yesuus Kiristoos beekuun, waan mara waan caaluuf, ani waan maraa akka waan bu’aa hin qanneetitti hin laakkowa; Kiristoos bu’aa kiyya godhatiisaaf kun maraa naaf waan bu’aa hin qanne te’eera; akka kosi’iille laakkoweera.
Publicidade