11 Kana jechuun kiyya ani gatameera jechu’uu moti; ani, «Ka qabuu na geya» jechuu baradheera. 12 Ani waan diqqo’oo fi haga barbaachisuun caalaalle horatiis maan akka te’e beeka; maarre ani dhossaa haala maraa fi addee maratti quufaa fi beelaan, haga naa barbaachisuun gadii fi haga naa barbaachisuun ol qabaatiisalle baradheera.
Publicidade