Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Galaatiya'aa 3:6-9

6 Abrahaam ilaala’a me; Barreeffami Woyyichi, «Abrahaam Waaqatti dhugeeffate; dhugeeffannaan isaalle balchumma’atti laakkowanteef» jedha. 7 Maarre worri dhugeeffatu maraa ilmaan Abrahaamii akka te’e hubadha’a! 8 Barreeffam Woyyichi akka Waaqi worra gosa isaa hin te’in dhugeeffanna’aan balchoonsu, duraan dursee dhaggee Abrahaamiin, «Gosi maraa si’iin hin eebbifama» jedhee, Oduu Gammadaa itti himeera. 9 Tanaaf worri dhugeeffatu maraa, Abrahaamii dhugeeffate woliin ka eebbifame.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.