Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Galaatiya'aa 4:27-29

27 Barreeffama Woyyicha keessatti,

«Ijoollee dubartii abbaa manaa qadduu caalaa,

ijoolleen dubartii qofi lakkifantee waan heddatteef,

ati maseentittiin deettee hin beenne gammadi;

ati ta ciniinsifattee hin beenne

iyyii ilillisi!» jedhantee barreeffanteerti.

28 Amma obboleeyyan tiyya, akkuma Yisihaqii, isinille ijoollee addii kennantee ti. 29 Te’uu malee, yennaa san ka akka fedha foonii calla’aan dhalate, ka fedha Ayyaana Waaqaatiin dhalate akkuma ari’e, ammalle akkasuma hin te’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.