Publicidade

Gálatas 4

4 Barri murtaye sun yennaa geye, Waaqi Ilma ifii nuuf erge. Inni dubartii irraa dhalatee, Seera jalatti bule. 5 Inni worra Seera jala jiru wodee, ilmaan Waaqaa nu godhiisaaf tana godhe.4:5-7 Rom. 8:15-17

6 Isin ilmaan isaa waan teetaneef, Waaqi Ayyaana Ilma ifii ka, «Abbaa, Abbaa» jedhee waamu gara keessa4:6Keessa: Gadhaa keennaa ergeera.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-