19 Hujiin foonii ta beekkante. Isiille: sagaagaluu, battummaa, baalagummaa, 20 waaqota dharaa waaqonsuu, moruu5:20Moruu: Xanuu, falfaluu, diinummaa, moromaa, hinaaffaa, mufii, ifi jaalatuu, wol dhabuu, wol fojuu, 21 dhiibbaleessa te’uu, machii, sarbicha dhiitu’uu5:21Sarbicha dhiitu’u: Nyaatanee unanee caaqu’u fi ta tana fakkaattu. Akkuma kanaan dura isinitti hime, ammalle itti deebi’ee isinitti hima: worri waan akkasii huju mootummaa Waaqaa hin dhaalu.
Publicidade
Worra Galaatiya'aa 5
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.