Publicidade

Gálatas 6

Ba’aa Wolii Ba’adhaa

1 Obboleeyyan tiyya, yoo nami tokko cubbu’uun qabame, isin worri ayyaantoleen qajeelumma’aan isa qajeelcha’a! Ammoo isinille akka hin ataabanne ifi eeggadha’a. 2 Ba’aa wolii ba’adhaa! Akkasiin Seera Kiristoosii muummessitan.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-