7 Ifi hin sobina’a! Waaqatti funnaan hin dhaabanu. Nami waanuma facaase haammata. 8 Nami akka fedha foon ifii facaasu, fedha foon ifii irraa du’a haammata; nami akka fedha Ayyaanaa facaasu, Ayyaana irraa jiruu bara baraa haammata.
Publicidade
Publicidade