Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 1

20 Achiin duuba Waaqi, «Bisaan lubbuu qabeeyyii adda addaatiin ka guutame te’uu ti; sinbirrootille lafaan gubbaa irra kaatuu ti» jedhe. 21 Maarre Waaqi bineensa gugurdaa abbaayaa keessaa, lubbuu qabeeyyii bisaan keessa le’anu mara, sinbirroota gosa adda addaa mara dade. Waaqi Tunille dansaa akka teete dhagge. 22 Waaqi, «Hora’aa heddadha’a; bisaan abbaaya’aa guuta’a; sinbirrootille lafa irra guuttuu ti» jedhee isaan eebbise. 23 Latti dhiite, bariitelle’e; kun guyyaa shaneesso’oo ti.

24 Achiin duuba Waaqi, «Latti, dada lubbuu qabanu, gosa adda addaa mara: horii, bineensota lafarra lowanu, bineensa gudda’aa fi diqqaa mara baattuu ti» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também