Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 14

18 Mootichi Saalemii Malkiisedeq, hayyicha Waaqa Ol Aana’aa, daabbo’oo fi daadhii woyni’ii Abraamiif fidee,

20 Waaqi Ol Aanaan,

ka diinota keeti harka keetitti kenne,

leellifamuu ti!» jedhe.

Abraamille waan booju’uun dhaggate mara irraa kudhan keessa tokko Malkiisedeqiif kenne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também