Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 15

18 Gaafas Mootiin Waan Maraa Abraam woliin gondooroo gondoorate, «Ani lafa tana laga Gibxi’iitii jalqabee haga laga guddicha Efraaxiisiititti sanyii teetiif hin kenna. 19 Latti tun lafa Qenootaa, lafa Qeniizotaa, lafa Qadimonootaa, 20 Heetotaa, Pheriizotaa, Refaa’otaa, 21 Amoorotaa, Kana’aanotaa, Girgaashotaatii fi Yibusootaa ti» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também