Publicidade

Gênesis 18

13 Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Abrahaamiin, «Maaf Saaraan, Ani dulloomee gergesheen duuba, ani dhugumaan deyiisa hin dande’aa?jette. 14 Wonni Mootiin Waan Maraa dadhabu ijjumaayyuu hin jirtii? Bara dhufu yennaa akkanaa tana ani deebi’ee gara keeti hin dhufa; akkuma sitti hime Saaraan yennaa san ilma hin deetti» jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-