Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 19

17 Qachaa keessaa isaan baasaneen duuba, ergamaa Waaqaa keessaa tokkochi, «Jiruu teessan hamburatiisaaf baqadha’a; ifiin duuba hin ilaalina’a! Dhooqa keessatti eessalle’etti hin dhaabbatina’a! Akka hin duuneef gara gaaraa baqadha’a!» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também