Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 2

2 Waaqi hujii huje mara hobbaasee, guyyaa torbeesso’oo foorfate. 3 Waaqi waan dade mara hobbaasee, guyyaa torbeesso’ootitti waan foorfateef, guyyaa torbeesso’oo san eebbise; woyyoonselle’e.

Veja também