Publicidade

Gênesis 2

22 Mootiin Waan Maraa Waaqi cinaacha namicha keessaa fuudhe san irraa, namittii dadee, gara namichaa fide.

23 Achiin duuba namichi,

«Amma reefuu, lafeen isi’ii lafee tiyya irraa,

foon isi’ii foon kiyya irraa dhaggame;

isiin namicha irraa waan dhagganteef,

Namittiijedhantee waamantuu ti» jedhe.

24 Tanaaf nami abba’aa fi haadha ifii hin lakkisa niitii ifii woliin hin tokkooma; isaanille foon tokko hin te’an.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-