17 Waaqille iyya bowiisa muca’aa dhage’e; ergamaan Waaqaalle ol-gubba’aa Aggaar waamee, «Aggaar, maanti si rakkise? Hin sodaatin. Waaqi iyya bowiisa muca’aa dhage’eera. 18 Ani gosa guddoo waan isa godhuuf, ka’ii mucaa habbaariitii, harka keetille’een jabeessii isa qabi» jedheen. 19 Achiin duuba Waaqi ila isi’ii banee boolla bisaanii dhaggite. Isiin dhaxxee, bisaan qalqallu’utti guuttee, mucaa ifiille obaatte.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 21
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.