6 Saaraan, «Waaqi gammadaa fi kolla naaf fideera; nami waan kana dhage’e marti na woliin hin kolla» jette. 7 Saaraan itti dabaltee, « ‹Saaraan Abrahaamiif ijoollee deettee hin hoositti fa’a› eentu jedheera? Ani ammoo bara dullummaa isaa keessa ilma deyeef» jette.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 21
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.