Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 22

13 Abrahaamille adaala ifii ilaalee, korbeessa hoole’ee ka gaafi isaa haxanxari’iin qabameeru tokko dhagge. Inni dhaqee korbeessa fuudhee, addee ilma ifii ciincaa dhikeesse.

Veja também