Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 22

16 «Mootiin Waan Maraa, Ati kana waan gooteef, ilma keeti tokkochuma sanille naaf waan hin mararfatiniif, ani maqaa kiyyaan kakadheera; 17 ani dhugumaan si hin eebbisa; sanyii teeti akka urjoota ol-gubbaaatii fi akka maansa abbaaya’aa hin baceessa. Isaan qachoota diinota ifii hin qabatan. 18 Ati waan naaf ajajanteef, sanyii teetiin gosi biyya adda addaa marti hin eebbifamanjedheera» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também